settings icon
share icon

Gaaffiilee waa'ee Yesus Kiristoos

Yesus Kiristoos eenyu?

Yesus Waaqayyoodhaa? Yesus Waaqayyo akka ta'e dubbatee beekaa?

Waaqayyummaan Kiristoos Macaafa Qulqullu irraati?

Yesus dhugumaan ni jiraa? Yesus jiraachuu isaatiiff ragaan seena qabeessa ta'e jiraa?

Du'aa ka'uun Yesus Kiristoos dhugaa dha?

Yesus ilma Waaqayyooti jechuun maal jechuudha?

Durbi da'uun maaliif barbaachise?

Yesus gaafa guyyaa Jimaataa du'e?

Yesus du'a isaa fi du'aa kaafamuu isaa gidduutti gara si'ol dhaqeera?

Yesus guyyoota sadiidhaaf eessa ture du'a isaa fi du'aa ka'uu isaa gidduu?

Yesus cubbuu gochuu danda'aa? Cubbuu gochuu kan in dandeenye yoo ta'e, akkamitti dadhabbii keenyatti nuu gadduu kan inni danda'u (Ibr. 4:15)? Yesus cubbuu gochuu erga hin dandeenye, cubbuun qoramuun isaa maalidha argisiisu kan inni danda'u?

Hiddi dhaloota Yesusi Maatihos irraa fi Luqaas irraa maaliif adda adda ta'a?

Hayipostatiki Yunuyeen hypostatic union" maalii dha? Yesus Kristoos yeroo tokko akkamitti namas Waaqas ta'uu danda'a?

Yesus fuudhee turee?

Yesus Waaqa osoo ta'e akkamitti Waaqayyoon kadhata ture? Yesus ofii isaaf turee kan inni kadhatu?

Yesus obbolootaa fi obboleetoota qaba ture?

Yesus Kristoos maaliif shaakala rakkoo baay'ee keessa darbuu kan qabateef?

Yesus hoolaa Waaqayyooti jechuun maal jechuu dha?

Dhufaatti Yesus Kristoos kakuu moofaatti eessatti kan inni raajame?

Yesus mucaa namaati jechuun maal jechuu dha?

Waaqayyo Yesusiin yeroo erge maaliif erge? Isa dura maaliif hin ergine? Isa boodas maaliif hin ergine?

Du'aa ka'uu Yesuutti kan amannuuf maaliif?



Gara Mana fuula Afaan Oromootti deebi’aa

Gaaffiilee waa'ee Yesus Kiristoos
© Copyright Got Questions Ministries